Skip to content
Latest:
  • Google AI Pro vs Ultra: Which Plan Is Actually Worth It?
  • Cloud Hosting Costs Explained: A Small-Business Guide
  • How to Block AI Training Without Blocking Google Search
  • Best Time to Book International Flights From Saudi Arabia, Dubai, South Africa and Ethiopia
  • How to Optimize Content for Google’s AI Search Results

STMORO.COM

Information center

  • App Haaraa
  • Hojii Online
  • Teknolojii
  • suur sagalee
    • Sports
App Haaraa 

Nannawaa Finfinnee Burraayyuu Ganda gafaarsaa Dirqamaan gara waranatii erga Jiraachuun Dhagamee

August 4, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Nannawaa Finfinnee burraayyuu ganda gafaarsaa dafqaan bultoota dirqamaan gara addaa waraanatti ergaa jiraachuu namnii poolisii irkaa miliqee bahee tokkoo himee Akka namnii soda nageenya isaaf jecha maqaan isaa akka dhahamuu

Read more
suur sagalee 

Oduu Haraa Mootummaan Jabuutii Walitti Bu’iinsaa Lammiilee Ethiopia Saboota Affaarii Balaaleffate

August 2, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Oduu Mootummaan Jabuutii walitti bu’iinsa lammiilee Itoophiyaa saboota Affaarii fi somaalee  biyyattii keessa jraatan gidduutti uumame   balaaleffate Dhiheenya kana gabaasaaleen akka mul’isaniitti, walitti bu’iinsa saboota Somaaliifi Affaar biyya Jabuutii keessa

Read more
App Haaraa 

Godina Harargee Lixaa Magaalotafi Aanota Dabalate Dargaggoonni Qaamma Nagenyaatiin Reebamuufi Butamuun Jabaatee

August 2, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Godina Harargee lixaa magaalotafi aanota dabalatee gandota garagaraa keeysatti dagaggoonni qaamman nagenyaatiin reebamuufi butamee hidhamuun haala kanaan duraa caalaa jabaatee itti fufuu maddeen gabaasan. Akka maddeen keenya Harargee lixaarraa nuuf

Read more
suur sagalee 

Qaamoleen wal-waraanan hatattamaan dhukaasa dhaabanii mariitti seenuu qabu’ Jette American

July 30, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

‘Qaamoleen wal-waraanan hatattamaan dhukaasa dhaabanii mariitti seenuu qabu’ Qaamoleen waraana Kaaba Itoophiyaa keessaa harka qaban haal-duree tokko malee, hatattamaan waliigaltee dhukaasa dhaabuurra gahu qabu jette Ameerikaan. Dubbi himaan ministeera haajaa

Read more
App Haaraa 

Manni Murtii Waliigalaa Federalaa falmii Abbaa Alangaa Waliigalaa fi Laamrot Kamaal gidduu jirurratti murtee kennuf beellame

July 29, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa falmii Abbaa Alangaa Waliigalaa fi Laamrot Kamaal gidduu jirurratti murtee kennuuf har’atti beellamee turus murtee osoo hin laatin hafee jiraachuun ifoomee jirara. Shakkamtoota ajjeechaa Artiist Haacaaluu

Read more
Hojii Online 

Godina Harargee Lixaa Magaalota Garagaraa Keeysatti Waraanni Mootummaa Hawaasa Doorsisaa Jiruu Jedhamaa

July 29, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Godina Harargee lixaa magaalota garagaraa keeysatti waraanni mootummaa sababa adda addaatiin hawaasa nageyaa doorsisuufi ijoollee teeysan waraanummaa erguu qabdan jechuun dargaggoota baqachiisuun itti fufee jiraachuu gabaasni nu dhaqqabe ifa godha.

Read more
suur sagalee 

Manni Murtii Caffee Galmee Obbo Jawaar Mohaammad Bakka Isaan Hin Dhiyaannetti Falmiin Akka Eegaluu Ajaja Kenne.

July 28, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Manni murtii Caffee Muudaa galmee Obbo Jawaar Mohaammad faa mirga falmachuu isaanii fedhii isaaniitiin dhiisaniiru jedhee, bakka isaan hin dhiyyaannetti falmiin akka eegalu ajaja kenne. Hidhamtootni siyaasaa Oromoo galmee Obbo

Read more
App Haaraa 

Poolisiin Humna Addaa Oromiyaa Gargaarsaaf Gara Naanno Amaaratti Geffaman Achtti Summii Nyaachifamanii

July 28, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Poolisiin Humna addaa Oromiyaa naannoo kanneen gargaarsaaf gara naannoo  Amaaraatti geeffaman achitti summii  nyaachifamanii jiraachuun dhaga’ame. Waraanni humni addaa naannoo Oromiyaa kan lola TPLF waliin gaggeessee Rist lafa Amaaraa deebisuuf

Read more
Sports 

Oduu Dhimma Daangaa Somaalee Fi Affaar Gidduutti Umamee Wal Waraansa Isa Olaanaatti Ce’ee Jiraa

July 28, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Wal dhabdeen dhimma daangaa somaalee fi Affaar gidduutti umamee ture amma gara wal waraansa isa olaanaatti ce’ee jira, Gama biraatiin daandiin Finfinnee jibuutii geessu cufamee jiraachuun dhaga’ame. Yeroo loltoonni mootummaa

Read more
suur sagalee 

Yeroon Kun Yeroo Qeerroon Oromiyaa Gabrummaa Habashaa Jelaa Baasuu Qabuu Amma Akka Ta’ee Dhaamamaa Jiraa

July 28, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Yeroon ammaa kun yeroo gabroonfataan Abjuu nafxanyaa dhugoomsuuf wixxifatu itti kufee jiru ta’uu beekani Oromoonni waan maluuf qophaa’uu akka qaban dhaamamaa jira. Akkuma haala deemaa jiru kana irraa hubatamutti kufaatin

Read more
suur sagalee 

Ilmaan Oromoo Biyya Sa’uud Arabiyaa Keeysatti Gidirfamaa Jiruu Jedhuu Diyadha

July 28, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Ilmaan Oromoo biyya Sa’uud Arabiyaa keeysatti gidirfamaa turan ammallee gidiraan itti hammaachaa jiraachuu himanii jiran. Akka namni nuti dubbifne kun himutti ilmaan oromoo kumaatamaan lakkaawaman mana hidhaa biyya Suudii keeysatti

Read more
  • ← Previous
  • Next →
  • Google AI Pro vs Ultra: Which Plan Is Actually Worth It?
  • Cloud Hosting Costs Explained: A Small-Business Guide
  • How to Block AI Training Without Blocking Google Search
  • Best Time to Book International Flights From Saudi Arabia, Dubai, South Africa and Ethiopia
  • How to Optimize Content for Google’s AI Search Results

Category

  • App Haaraa
  • Hojii Online
  • Teknolojii
  • suur sagalee
    • Sports

Our Page

  • About us
  • Contact
  • Privacy Policy
  • Terms and Conditions
Copyright © 2026 STMORO.COM. All rights reserved.
Design by Elsay Tech