Skip to content
Latest:
  • Workers’ Compensation Insurance
  • Credit Karma Loans
  • Mortgage Preapprovals
  • Inspiring Stories of Donors Making a Difference in the World
  • The Benefits of Extracurricular Activities in Education

STMORO.COM

Stm teck

  • Free Gifts
  • App Haaraa
  • Hojii Online
  • Teknolojii
  • suur sagalee
    • Sports

Sports

Sports 

Joobira uumaman hedduu nama ajaa’ibsiisu keessaa isa tokko.

April 18, 2022May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Joobiraa Uumamaa Joobira Joobirri uumama hedduu nama ajaa’ibsiisu keessaa isa tokko.Uumama Joobiraa keessaa amaloota jajjaboo barnoota namaaf kennan muraasa waliin haa laallu:1 Dandeettii arguuUumama dachee kanarraa keessaa kallattiidhaan aduu ilaaluufi

Read more
Sports 

Lollii Kaaba biyyatti ammas itti fufee jira

February 14, 2022May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Lollii Kaaba biyyatti ammas itti fufee jiraLollii Kaaba biyyatti wagga tokkoo ol fudhatee yeroo gara yerootti haalaa fi amala jijjiiracha darabeen injifannoo argachuu mootummaan tigiraayii fi abiy ibsaa turaan lolii

Read more
Sports 

Wallagga Bahaa keessaatti dargaggoon Oromoo ajjeefamee maatiin akka gadda hin teenye dhorkamaan

August 7, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

***Wallagga Bahaa keessaatti dargaggoon Oromoo ajjeefamee maatiin akka gadda hin teenye dhorkamaan Lixa Oromiyaa godina Wallagga Bahaa aanaa Nuunnuu Qumbaa keessatti dargaggoon Oromoo Shanllamuu Milkeessaa jedhamu tibba kana rasaasa waraana

Read more
Sports 

Oduu Ammee! Wal Dorgommii Olompiikii Tokyoo Jaappaanitti Adeemsifamaa jirun Atileetiin Keeniyaa Hinjifatee

August 6, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Ammee!Wal dorgommii olompiikii Tokyoo Jaappaanitti adeemsifamaa jiruun Atileetiin Keeniyaa Feet Kipyeegoon wal  dorgommii fiigicha meetira 1,500n injifatte jirti. Dorgommii kana ni Injifatti jedhamtee  kan eegamaa turte atleetiin Oromoo biyya Nizerlaandiin

Read more
Sports 

Hogganaan Dhimmoota Namoomaa Fi Qindeessaa Deeggarsa Yeroo Balaa Maartii Giriifitis dawwanna Ethiopia Tasisaan

August 4, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Motummoota Gamtoomaniitti Hogganaan Dhimmoota namoomaa fi Qindeessaan Deeggarsa Yeroo Balaa, Maartiin Giriifiitis daawwannaa guyyoota jahaaf Itoophiyaatti tasisaan xumuruun waantota taajjaban irratti har’a dhaabbanni isaanii UN ibsa baasee jira. Dhaabbata mootummoota

Read more
Sports 

Oduu Dhimma Daangaa Somaalee Fi Affaar Gidduutti Umamee Wal Waraansa Isa Olaanaatti Ce’ee Jiraa

July 28, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Wal dhabdeen dhimma daangaa somaalee fi Affaar gidduutti umamee ture amma gara wal waraansa isa olaanaatti ce’ee jira, Gama biraatiin daandiin Finfinnee jibuutii geessu cufamee jiraachuun dhaga’ame. Yeroo loltoonni mootummaa

Read more
Sports 

Pirizidaantiin Mootummaa Naannoo Tigraayi Dr Dabre Tsion Waarani Kenya Yeroo Jalqabaf Mana Maree Nanichaaf Gabasaa Dhihesseaniru Jedhuu

July 26, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Pirizidaantiin mootummaa naannoo Tigraayi Dr dabre tsion Gabremikaayil waaraana baatii saddeetii  booda yeroo jalqabaaf mana maree naannichaaf gaabasa dhiheessaniiruu. Humni bilisa baasaa uummata Tigraayi TPLf jijjirama sirnaa mootummaan federaalaa gareen

Read more
Sports 

Oromiyaa Keeysatti haalli Ilmaan Oromoo Duula Nafxanyaa Goduuf Maaltuu Ta’ee

July 26, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Oromiyaa keeysatti haalli ilmaan Oromoo duula nafxanyaa godhuuf itti hiraarfamaafi qoraan ibiddaa itti godhamaa jiran dubbachuuf kan nama rakkisu ta’uu maddeen gabaasan. Godina H/Bahaa Anaa Fadis magaalaa Facaatuutti rakkoon waraana

Read more
Sports 

Miidhaa Wal Waraansi Mootummaa fi TPLF qaqqabsiise. Beektuu,?

July 23, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Miidhaa Wal Waraansi Mootummaa fi TPLF qaqqabsiise. Mootummaa Itoophiyaa fi Humnootii Tigraay ykn TPLF giddutti lolli kallattiin erga eegalee waggaa gahuuf dhihaateera. Lola waggaa tokko hin guutiin kana keessatti garuu

Read more
Sports 

Odeeffanno tapha kubbaa miilla.argaachuuf website keenyaa hordoofuun maamila kenyatta ta’a

June 30, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Tapha kubbaa miilaa akkaan hawwiin eeggamu”Shampiyoonaa waancaa Europe marsaa xumuraaf warra gahanSwitzerland vs spain 6:00pm pmBelgium vs Italy 9:00pm kan taphatamuudha🥰Gara biraatin,xhakaSergio busquetedenhazardciroemmobile eenyu akka jilbiinfachiisu wajjumaan illaalla, tilmaama keessan

Read more

  • Workers’ Compensation Insurance
  • Credit Karma Loans
  • Mortgage Preapprovals
  • Inspiring Stories of Donors Making a Difference in the World
  • The Benefits of Extracurricular Activities in Education

Category

  • Free Gifts
  • App Haaraa
  • Hojii Online
  • Teknolojii
  • suur sagalee
    • Sports

Our Page

  • About us
  • Contact
  • Privacy Policy
  • Terms and Conditions
Copyright © 2023 STMORO.COM. All rights reserved.
Design by Elsay Tech