Skip to content
Latest:
  • The Future of Solo Entrepreneurship: How Al Is Driving Growth in 2025
  • How AI Predicts Flight Delays and Saves Travelers Stress in 2025
  • 6 Computer Skills Every Student Should Know
  • Selling AI-Powered Chatbots to Local Businesses as a Side Hustle
  • How Do Americans Build Wealth? 4 Strategies You Can Start Today

STMORO.COM

Information center

  • App Haaraa
  • Hojii Online
  • Teknolojii
  • suur sagalee
    • Sports

suur sagalee

suur sagalee 

Sudaan Deeggarsa Hawwaasa Idil Adunyaa Waliin Motumma Ethiopia Fi Tplf Araara Buusuuf Jedhamee

August 5, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Sudaan deeggarsa hawwaasa idil- adunyaa waliin mootummaa Itoophiyaa fi TPLF gidduutti araara buusuuf hojii eegaluuf jakka jirtuu gabaafame. Miidiyaan Sudaan Sudan Tribune akka gabaasetti, MM Abdallaa Hmadook, mootummaa Itoophiyaa fi

Read more
suur sagalee 

Oduu Haraa Mootummaan Jabuutii Walitti Bu’iinsaa Lammiilee Ethiopia Saboota Affaarii Balaaleffate

August 2, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Oduu Mootummaan Jabuutii walitti bu’iinsa lammiilee Itoophiyaa saboota Affaarii fi somaalee  biyyattii keessa jraatan gidduutti uumame   balaaleffate Dhiheenya kana gabaasaaleen akka mul’isaniitti, walitti bu’iinsa saboota Somaaliifi Affaar biyya Jabuutii keessa

Read more
suur sagalee 

Qaamoleen wal-waraanan hatattamaan dhukaasa dhaabanii mariitti seenuu qabu’ Jette American

July 30, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

‘Qaamoleen wal-waraanan hatattamaan dhukaasa dhaabanii mariitti seenuu qabu’ Qaamoleen waraana Kaaba Itoophiyaa keessaa harka qaban haal-duree tokko malee, hatattamaan waliigaltee dhukaasa dhaabuurra gahu qabu jette Ameerikaan. Dubbi himaan ministeera haajaa

Read more
suur sagalee 

Manni Murtii Caffee Galmee Obbo Jawaar Mohaammad Bakka Isaan Hin Dhiyaannetti Falmiin Akka Eegaluu Ajaja Kenne.

July 28, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Manni murtii Caffee Muudaa galmee Obbo Jawaar Mohaammad faa mirga falmachuu isaanii fedhii isaaniitiin dhiisaniiru jedhee, bakka isaan hin dhiyyaannetti falmiin akka eegalu ajaja kenne. Hidhamtootni siyaasaa Oromoo galmee Obbo

Read more
suur sagalee 

Yeroon Kun Yeroo Qeerroon Oromiyaa Gabrummaa Habashaa Jelaa Baasuu Qabuu Amma Akka Ta’ee Dhaamamaa Jiraa

July 28, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Yeroon ammaa kun yeroo gabroonfataan Abjuu nafxanyaa dhugoomsuuf wixxifatu itti kufee jiru ta’uu beekani Oromoonni waan maluuf qophaa’uu akka qaban dhaamamaa jira. Akkuma haala deemaa jiru kana irraa hubatamutti kufaatin

Read more
suur sagalee 

Ilmaan Oromoo Biyya Sa’uud Arabiyaa Keeysatti Gidirfamaa Jiruu Jedhuu Diyadha

July 28, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Ilmaan Oromoo biyya Sa’uud Arabiyaa keeysatti gidirfamaa turan ammallee gidiraan itti hammaachaa jiraachuu himanii jiran. Akka namni nuti dubbifne kun himutti ilmaan oromoo kumaatamaan lakkaawaman mana hidhaa biyya Suudii keeysatti

Read more
suur sagalee 

Aadaa Calture Isa Afaan Englifaatiin Jenuu Kana Beektuu Lataa,?

July 24, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Aadaa ( calture isa afaan Englifaatiin jenu. Addaan ibsituu saba tokkootti .aaddaan duudhaa,siyaasa Saba sana kan of keessaatti qabatee jiruudha. Sabni tokko Akkuma afaan gargaaraa qabuu aaddaalee gargaaraasi ni qabaata.

Read more
suur sagalee 

Mootummaan Itoophiya Ummattoota Biyyattii Gidduuti Jibba Facaasuu Itti Fufee Jira.

July 22, 2021May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Mootummaan Itoophiyaa maqaa balaaleffannaa farreen nageenyaa jedhuun uummmattoota biyyattii gidduuti jibba facaasuu itti fufee jira. Mootumaan Itoophiyaa biyya bulchaa jiru maqoota adda addaa moggaasuun uummattoonni biyyattii ija shakkii fi jibbaan

Read more
suur sagalee 

Seennaa Uummata Oromoo Godina Iluu Abbaa Boor Kutaa 3ffaa!

July 16, 2021July 16, 2021 Elsay 0 Comments

Muu yaa Caalii shoonee!ka’ii Caalii Shoonee maaf nu gattee raftaa?Qe’ee abba keetitti hirribaan mo’amtaaMal mal dhabdee shonoo maaltu sitti hirra’ateeCiisa keetuu dheraate, maf barii jinooftaa…………………….. maa jinni nuti ooftaaKa’ii bariidhani

Read more
suur sagalee 

Seenaa Uummata Oromoo Iluu Abbaa Boor Kutaa 2ffaa!

July 9, 2021July 23, 2021 Elsay 0 Comments

Siidaan Firrisaa Abbaa WaggaaBaddallee, Iluu Abbaaboor. Seenaa gabaabaa Firrisaa Abbaa Moggaa bifa armaan gadiitin nuuf ergamee dubbisaa waliif qoodaa seenaa hubadhaa Siidaan Firrisaa Abbaa Waggaa kun kan goota Oromoo Fitawuraarii

Read more
suur sagalee 

Karooraa (Plan) Kaaroorii Mali (What is Plan)? Karooraa Jechuun Maal,?

July 8, 2021July 8, 2021 Elsay 0 Comments

Karoora jechuun yaada gara furdurraatti qabaaniif yaada ka’uu ykn mala qopheessu jechuudha.karooroo mul’ata wajiin kan wal fakkatuudha.Garu waan hin jiree waan jiru irraatti bor akkasi gochuun qaba jedhaani kan qideessaaniidha.

Read more
  • ← Previous
  • Next →
  • The Future of Solo Entrepreneurship: How Al Is Driving Growth in 2025
  • How AI Predicts Flight Delays and Saves Travelers Stress in 2025
  • 6 Computer Skills Every Student Should Know
  • Selling AI-Powered Chatbots to Local Businesses as a Side Hustle
  • How Do Americans Build Wealth? 4 Strategies You Can Start Today

Category

  • App Haaraa
  • Hojii Online
  • Teknolojii
  • suur sagalee
    • Sports

Our Page

  • About us
  • Contact
  • Privacy Policy
  • Terms and Conditions
Copyright © 2025 STMORO.COM. All rights reserved.
Design by Elsay Tech