Aadaa Calture Isa Afaan Englifaatiin Jenuu Kana Beektuu Lataa,?
Aadaa ( calture isa afaan Englifaatiin jenu. Addaan ibsituu saba tokkootti .aaddaan duudhaa,siyaasa Saba sana kan of keessaatti qabatee jiruudha.
Sabni tokko Akkuma afaan gargaaraa qabuu aaddaalee gargaaraasi ni qabaata. Aaddaleen kun aaddaa ufaanna,aaddaa nyaata,aaddaa fuudhaafi heerumaa,addaa sirbaa garagaraa qaba.Kanarraa kahuun yeroo aaddaa
oromoo qorannutti deemna addan oromoo aaddaalee Ajaa’ibaa fi kabajamoo baay’eetu jira isaan keessa adda ufanna ha fudhaanun. Aaddaan ufaana saba oromoo kan dubaraafi dhiraa bifa nama hawwaatuufi kabajaa sabiicha calaqiissiissuu baay’ee agara yoo kutaallee godina oromoo hundaa keessaa deemnee ilaalee waan nama boharsuu baay’ee arginaan. Kanaafu aadda saba kana qoraachuun isaa badee jiru illee saba Addunyaatiif dhiheessuun dirqama sabumaa bahuun nurraa eegaama.
Kanaafu dhallootni amma kun waayee seenaa saba kana hordoofuun beekuun gahee dhalootaa kana ta’uu beekuun nurraa eegaama. Isiinin jechuuf dhaamsa dabarsuun barbaada obsaan dubbiissuun dirqama dubbistoottaatti waayee adda saba oromoo balinaan qabaadhee dhugaan jira gara fuula duraatti isiinin jechuuf jedheen. Galatoomima.