Seennaa Uummata Oromoo Godina Iluu Abbaa Boor Kutaa 3ffaa!
Muu yaa Caalii shoonee!ka’ii Caalii Shoonee maaf nu gattee raftaa?Qe’ee abba keetitti hirribaan mo’amtaaMal mal dhabdee shonoo maaltu sitti hirra’ateeCiisa keetuu dheraate, maf barii jinooftaa…………………….. maa jinni nuti ooftaaKa’ii bariidhani
Read more