Siiraa Anbiyoota Yokin//Seenaa Anbiyoota Kuta 1ffaa

Siiraa anbiyoota

Seenaa anbiyoota
Nabii saalih nageenni irratti haa jiraatu rabbiin ummatta samuud ka naannawa Al hijiraa jedhamu tabuuki qubatan itti ergee hagoon islaamummaa fudhatanii harki caalan didanii itti kafarraan rabbiin gubbarraa malaa.ikaa itti iyyisiisee jalaan lafa hargufeenii worra rabbitti kafaran dhabamsiisee nabiyyii saalihii fi worra isatti amanan najaa baase

SEENAA NABI IBRAHIM
nagaa fi rahamanni rabbii irratti haa jiraatu fuula duraatti baldhinnaan kaafnee irraa dubbanna inshaa alla

SENAA NBII LUUX
Nagaa fi rahamanni rabbii irratti haa jiraatu inni ilma obboleessa nabi Ibrahim isaan woliin kibba biyya iraaqi irraa hijiraa bahanii godaananii haga biyya fasxiin woliin dhufanii inni biyya naannawa biyya ordon yk jordaan qubatee worra naannawa San jiraatan gara isilaamummaatti namoonni hagoon mur taa.an qufti itti amanee kuuwwan didanii aadaa fokkattaa dubartii dhiisanii dhiirti wol fuudhuuf wol qunnamtii saalaa dhiirri lamaan woliin raawwatuu itti fuufani isaan wojjiinis haati manaa nabii luuxi itti dabalamtee badii ummanni nabii luuxi raawwatu kana waan deeggarteefi rabbiin lafa isaaniin gara galchee dhagaa azaabaa gubbaan itti roobsee dhabama godhee lafti qulqulloofte nabi luuxi nabi Ibrahim woliin yeroma tokko turan

SEENAA NABI ISMAA.IL
nagayaa fi rahamanni rabbii irratti haa jiraatu
Inni ilma hangafaa nabii Ibrahim nageenni isaan hundarrattuu haa jiraatu
Rabbiin gosoota arabaa tan akka jurhumii fi Al amaliqaa fi worra biyya yaman fi gosoota jaziiraa arabaa keessa qabatanitti erge hortee isaa keessa nabii Muhammad asw qufatu eergame

Seenaan kun itti fuufa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *