Skip to content
Latest:
  • AI Side Hustles That Still Pay in 2026 (And the Ones Google Already Killed)
  • Gemini’s Agentic Video Feature: The YouTube Money Play Most People Will Miss
  • Google Pics Is Live: How Creators Can Sell Images Without a Design Stack
  • Claude Fable 5.1 vs Mythos 5.1 vs Gemini 3.8 Flash: Which Model Should You Pay For?
  • From One AI Skill to $1,000 a Month: A 30-Day Plan Using This Week’s Models

STMORO.COM

Information center

  • App Haaraa
  • Hojii Online
  • Teknolojii
  • suur sagalee
    • Sports

Author: Tomas

Hojii Online 

Godina Harargee Lixaa Magaalota Garagaraa Keeysatti Waraanni Mootummaa Hawaasa Doorsisaa Jiruu Jedhamaa

July 29, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Godina Harargee lixaa magaalota garagaraa keeysatti waraanni mootummaa sababa adda addaatiin hawaasa nageyaa doorsisuufi ijoollee teeysan waraanummaa erguu qabdan jechuun dargaggoota baqachiisuun itti fufee jiraachuu gabaasni nu dhaqqabe ifa godha.

Read more
suur sagalee 

Manni Murtii Caffee Galmee Obbo Jawaar Mohaammad Bakka Isaan Hin Dhiyaannetti Falmiin Akka Eegaluu Ajaja Kenne.

July 28, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Manni murtii Caffee Muudaa galmee Obbo Jawaar Mohaammad faa mirga falmachuu isaanii fedhii isaaniitiin dhiisaniiru jedhee, bakka isaan hin dhiyyaannetti falmiin akka eegalu ajaja kenne. Hidhamtootni siyaasaa Oromoo galmee Obbo

Read more
App Haaraa 

Poolisiin Humna Addaa Oromiyaa Gargaarsaaf Gara Naanno Amaaratti Geffaman Achtti Summii Nyaachifamanii

July 28, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Poolisiin Humna addaa Oromiyaa naannoo kanneen gargaarsaaf gara naannoo  Amaaraatti geeffaman achitti summii  nyaachifamanii jiraachuun dhaga’ame. Waraanni humni addaa naannoo Oromiyaa kan lola TPLF waliin gaggeessee Rist lafa Amaaraa deebisuuf

Read more
Sports 

Oduu Dhimma Daangaa Somaalee Fi Affaar Gidduutti Umamee Wal Waraansa Isa Olaanaatti Ce’ee Jiraa

July 28, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Wal dhabdeen dhimma daangaa somaalee fi Affaar gidduutti umamee ture amma gara wal waraansa isa olaanaatti ce’ee jira, Gama biraatiin daandiin Finfinnee jibuutii geessu cufamee jiraachuun dhaga’ame. Yeroo loltoonni mootummaa

Read more
suur sagalee 

Yeroon Kun Yeroo Qeerroon Oromiyaa Gabrummaa Habashaa Jelaa Baasuu Qabuu Amma Akka Ta’ee Dhaamamaa Jiraa

July 28, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Yeroon ammaa kun yeroo gabroonfataan Abjuu nafxanyaa dhugoomsuuf wixxifatu itti kufee jiru ta’uu beekani Oromoonni waan maluuf qophaa’uu akka qaban dhaamamaa jira. Akkuma haala deemaa jiru kana irraa hubatamutti kufaatin

Read more
suur sagalee 

Ilmaan Oromoo Biyya Sa’uud Arabiyaa Keeysatti Gidirfamaa Jiruu Jedhuu Diyadha

July 28, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Ilmaan Oromoo biyya Sa’uud Arabiyaa keeysatti gidirfamaa turan ammallee gidiraan itti hammaachaa jiraachuu himanii jiran. Akka namni nuti dubbifne kun himutti ilmaan oromoo kumaatamaan lakkaawaman mana hidhaa biyya Suudii keeysatti

Read more
Sports 

Pirizidaantiin Mootummaa Naannoo Tigraayi Dr Dabre Tsion Waarani Kenya Yeroo Jalqabaf Mana Maree Nanichaaf Gabasaa Dhihesseaniru Jedhuu

July 26, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Pirizidaantiin mootummaa naannoo Tigraayi Dr dabre tsion Gabremikaayil waaraana baatii saddeetii  booda yeroo jalqabaaf mana maree naannichaaf gaabasa dhiheessaniiruu. Humni bilisa baasaa uummata Tigraayi TPLf jijjirama sirnaa mootummaan federaalaa gareen

Read more
Sports 

Oromiyaa Keeysatti haalli Ilmaan Oromoo Duula Nafxanyaa Goduuf Maaltuu Ta’ee

July 26, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Oromiyaa keeysatti haalli ilmaan Oromoo duula nafxanyaa godhuuf itti hiraarfamaafi qoraan ibiddaa itti godhamaa jiran dubbachuuf kan nama rakkisu ta’uu maddeen gabaasan. Godina H/Bahaa Anaa Fadis magaalaa Facaatuutti rakkoon waraana

Read more
suur sagalee 

Aadaa Calture Isa Afaan Englifaatiin Jenuu Kana Beektuu Lataa,?

July 24, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Aadaa ( calture isa afaan Englifaatiin jenu. Addaan ibsituu saba tokkootti .aaddaan duudhaa,siyaasa Saba sana kan of keessaatti qabatee jiruudha. Sabni tokko Akkuma afaan gargaaraa qabuu aaddaalee gargaaraasi ni qabaata.

Read more
Teknolojii 

Rakkina Rakkiini Maal Kan Jedhudha Diyadhaa

July 23, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Rakkina :, rakkiini maal kan jedhuufi jalqabuumaaraa kaane yeroo ilaaluu gabaabaatii ibsuuf danqamuu,furmaata dhabuu,ykn fala waan barbaadan sana dhabuu jechuudha. Rakkina hikoo adda addaa ittii kenuun ni danda’ama.maalif yoo jettaan.yeroo

Read more
App Haaraa 

Mootumman Itiophiya Maatii Dargagoota Dirqisisuun Ijolle Keessan Rayya Ittisati Kenna Jechuun Rakkisa Jiruu

July 23, 2021May 23, 2022 Tomas 0 Comments

Mootummaan Itoophiyaa maatii dargaggootaa dirqisiisuun ijoollee keessan raayyaa ittisa biyyaatiif kennaa jechuun rakkisaa jiraachuin dhaga’ame Mootummaan abbaa hirree Itoophiyaa , ijoollee umuriin isaanii waraanaaf hin geenye abbaaf haadha doorsisuun ,

Read more
  • ← Previous
  • Next →
  • AI Side Hustles That Still Pay in 2026 (And the Ones Google Already Killed)
  • Gemini’s Agentic Video Feature: The YouTube Money Play Most People Will Miss
  • Google Pics Is Live: How Creators Can Sell Images Without a Design Stack
  • Claude Fable 5.1 vs Mythos 5.1 vs Gemini 3.8 Flash: Which Model Should You Pay For?
  • From One AI Skill to $1,000 a Month: A 30-Day Plan Using This Week’s Models

Category

  • App Haaraa
  • Hojii Online
  • Teknolojii
  • suur sagalee
    • Sports

Our Page

  • About us
  • Contact
  • Privacy Policy
  • Terms and Conditions
Copyright © 2026 STMORO.COM. All rights reserved.
Design by Elsay Tech