Seenaa ajajaa dhibbaa Maammoo Mazammir. Kutaa 1ffaa
Seenaa ajajaa dhibbaa Maammoo Mazammir.Kutaa 1ffaaAjajaa dhibbaa Maammoo Mazammir abbaa isaa Obboo Habtee Doorii Goobaniifi haadhasaa Aaddee Uumee Gurmeessaa Nagawoo irraa bara 1929 A.L.H konyaa Jibaatiifi Maccaa, Aanaa Tokkee Kuttaayee,
Read more