Lollii Kaaba biyyatti ammas itti fufee jira

Lollii Kaaba biyyatti ammas itti fufee jira
Lollii Kaaba biyyatti wagga tokkoo ol fudhatee yeroo gara yerootti haalaa fi amala jijjiiracha darabeen injifannoo argachuu mootummaan tigiraayii fi abiy ibsaa turaan lolii kun akka dhaabatuuf dhiibaan adunyaan gootuu dabalaa dhufuun mariif qopha’uu lola kana karaa nagaan furuuf qohii ta’uu ABUT ifaan labsee jira gama bulchiinsa abiyiin yaadii wal dhahaan mariif qophii ta’u guyyaa dhibii ammo mariin akka hin barbaachifnee beeksiisaa as gahanii jiru
Torbaan kana ammo lollii jabaan faannoon 400 irratti ajjeefaman geggefamaa jira
Godina goondaar waaldibbaa bakka jedhamutti lollii ulfaatan ilmii nama akka baalaa harca’ee jira
HIT lfa humnan irraa fudhatamee walqaayitti xagadee fi haftaa humaraa deebisanii toowachuu lola hadhawaa geggeeysaa jiru
Finxaaleyyiinn amhaara tooftaa waraana gahaa hin qabnee miiraan sossohaan magaalaa fi baadiyyaa walidibbaa jedhamaan keessaa buufatanii jiran HIT halkaan marsee buluun bariisaa lafa kallatti sadiin dhukaasa banuun faannoo 400 ol murruuq ta’anii jiru finxaaleyyiin amhaara abiy ahmedii fi isaayaas afawaarqiin deegaraman kuma gandoota badiyyaa walqaayiitt xagadee qabdu 22 keessaa 12 haleelaman gadhiisanii jiru
Haaluma walfakkaatun kibbaa walloo rayyaatti lollii itti fufee jira weerartootti amhaara humna qabaan heduu bakka caarcaar jedhamutti kuusuun tigiraay weeraruuf qophii irraa osoo jiranii HIT Meesha gurguddaa itti furguggeessuun bittineessanii jiru
Waraanii faashiisitti Abiy Ahmed Rib lafa kna deebisanii toowaachuuf kumaatammaan bobbahaa jiru
Lollii namoota 2000 ol buqqaasee naannoo affaartii geggeefama jiruu baadiyyaa abaalaa keessaatti itti fufee jira
Magaalaan Abaalaa Maqalee irraa 50KM fagaatee waan argamtuuf HIT humna guddaa bobbaasuun liphiis ijaaf sochii waraana toowacha jiru

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *