Mootummaan Itoophiyaa waraana lolaan injfatame karaa hololaa deeffachuu barbaada jedhame.

Mootummaan Itoophiyaa waraana lolaan injfatame karaa hololaa deeffachuu barbaada jedhame.

Mootummaan Itoophiyaa garee fiinxaleeyyii fi deggartoota sirna bututaa durii dhaadhessaniin hundaa’e injifannoo durree waraanaa irratti dhabe karaa hololaa deeffachuu barbaada jedhame.

Erga gareeleen mirga saba isaaniitiif falman TDF fi WBO  isa haleeluuuf walii mallatteessanii booda mootummaan kun waan qabee gadi dhiisu dhabuun holola afarsaa uummata goyyomsaa jira.

Waggootttan sadiif oliif ilmaan oromoo maqaa shanee jedhu itti baasuun ajjeesaa, guyyaa biraa immoo girrisaa jechuun maqaa tuuta bineensaa itti baasaa dararaa guddaa sabicha irraan gahaan kan turan qondaaltonni paartii niyoo nafxanyaa bilxiginnaa oromiyaa , waliif tumsuu TDF fi WBO akka cubbuutti ilaaluun abaaraa jiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *