Odeeffanno tapha kubbaa miilla.argaachuuf website keenyaa hordoofuun maamila kenyatta ta’a

Tapha kubbaa miilaa akkaan hawwiin eeggamu”
Shampiyoonaa waancaa Europe marsaa xumuraaf warra gahan
Switzerland vs spain 6:00pm pm
Belgium vs Italy 9:00pm kan taphatamuudha🥰
Gara biraatin,
xhaka
Sergio busquet
edenhazard
ciroemmobile eenyu akka jilbiinfachiisu wajjumaan illaalla, tilmaama keessan madaalaa.
Itti Aanunis tapha hawwataa torbaan dhufuu isaan asii gaditti muldhatan kaniiniidha, Czechrepublic vs Denmark
Ukraine vs England\\\\\
Good look!
Carraa gaarii!

- ✅Hojii mucaa Dinqisiifamtuu warra Seneegaal kana ilaalaamee?.💔💔💔💔🙏
Taphattoonni ciccimoo fi bebbeekkamoon waktii boqonnaa isaanii kanatti biyyoota bijatoo fi bakkeewwan mimmiidhaatti deemanii bashannanuun dabarsu.
Seediyoo Maaneen Maaneen garuu biyya isaa keessa deddeemuun bakkeewwan dhaloota isaatti hiriyoota isaa fi naannawwaa isaatti maatii waliin dabarsaa jira. Inumayyuu immoo firii biqiltootaa daandii irraa guuree isaan waliin nyaachaati jira.😍
Bakkuma feete jiraatteeyyuu yeroo boqonnaa keetti maatii fi biyya kee waliin yeroo dabarsitu boqonnaa sammuu fi gammachuu addaa dabarsitee deebita.
Mucaa warra Seneegaal gurraacha afrikkaa milkii, bashanana gaarii siif hawwina.