Birmadu- Jechi birmaduu jedhu maaljechuudhaa?

JECHI BIRMADUU JEDHUU SABA YIHUUDOOTAA YKN ESRAA’EEIIOTTA BUKKEETTI JECHA ADDAA eISAANI IBSUUDHA;.

  • birmaduu jechuun jechoota afaan oromoo ta’ee godinaalee naannoo oromiiyaa keessaatti namootni akkataa adda addatti hiika adda addaitti kennuu danda’ugaruu naannoo godinaalee 4’n [arfaan] wallagaa keessatti yeroo fayyaadamnu bilissumaa argachuu walaboomu irra irrayyuu jechaa ittin walabuummaa ibsaattiinniidha birmaaduumman sanyii wajiin kan wal qabaattuudha sanyiin nama tokko garba kan hin taanee sanyii qulquulluu jedhaan ittin ibsuuf yaalu. garuu dhugaan jiru waayee birmadumaa ibsuuf bittaa nama jala ykn harka nama jala kan hin jire mirga ofiin waan barbaadee hojjechuusi ta’e dubbachuu kan qabu nama bittaa nama kan bira jala ykn harka enyuu jalayyuu kan hin jirre,murtoon kam iyyuu kan irra hin jiree hojjechuufis ta’e nama biyya tokko keessa mirgaaf dirqama isaa bahee jiraachuu danda’uun birmaduummaa qaba jenna,

sabni yihuudootta saba kan biraa wajiin jiraachuuf birmaadummaa isaaniittu itti dhagahaama nuti birmaduu taane saba kan nira waliin qixee jirchuuf dhaloota ol_antummaan itti dhagaahamuudha nut birmaduudhaa jedhaan waan of-yaadaaniif kana kan ibsuuf nu barbaachiisseef garu jecha birmaduu jedhuu karaa ittiin isiiniif ibsu barbaacha malee, birmadumaan dhugaan kan kennamuu dhaloottaan kan argatnu uttuu hin taannee kara tokkicha kanas kan nuuf dhugoomsuu kitaabni qulquulluun dhalli nama karaa yesuus kiristoossiin male birmadoommuu akka hin dandeenyee dubbata.

Maaliif kan jedhuuf dhala nama hundumaarrayyuu dhalloottaan dhaala cubbuu ykn garbuumma cubbuu addaamii irra fudhatee dhufe waan qabuuf kana jalaa wallaba bahee birmaadoomuu kan danda’uu immoo dhiigaa yesuus isaaf dhangala’ee,du’uufi du’aa kahuu isaatti ammanuun yoo ta’e male birmadumaan kan argamu biyyi tokko Koloonii ykn weeraara biyya tokko jala turtee erga walabbuma mataashee argate booda kan kennamu isa walabbummaa jennu irra kan adda ta’e garbumma fooni jalaa bahuun kan kennamu oddoo hin taanee garbumma cubbu jala bahanii du’a lubbuu jala kan ittiin bahan argamu birmaadoomuu jechuudha. kanarra kahuudhaan biyyas ta’e nama kamiyyuu hanga du’a lubbuu jala hin bahiiniitti birmaduma akka hin qabne isiiniif ibsuu barbaadeen .

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *