Skip to content
Latest:
  • Top Sustainability Training Programs for Future-Proof Careers
  • How AI-Driven Adaptive Tutors Are Revolutionizing Personalized Education
  • How Digital Badges Are Replacing Traditional Certifications
  • Mastering AI Literacy: Essential Prompt Engineering Frameworks for Students and Educators
  • Kimi AI Review 2026: Features Pricing and Everything You Need to Know

STMORO.COM

Information center

  • App Haaraa
  • Hojii Online
  • Teknolojii
  • suur sagalee
    • Sports

Author: Elsay

Hojii Online 

App Coinbase isa sirrii kunooti bufadhaa | Coinbase App

May 26, 2022May 26, 2022 Elsay 0 Comments

Coinbase sirriitti biyyoota hunda Ethiopia dabalatee isiniif dalaguu danda’u kan Email fi password ittiin galmooftan ittin guutuun qofaan sirnaan isiniif dalaguu akkasumas kirptoo fudhachuu erguu ykn gurguruuf salphaatti kan dandeessan

Read more
Teknolojii 

WOW KINEMASTER BIFA HAARAAN NUUF DHEFEE JIRA

May 25, 2022August 11, 2022 Elsay 0 Comments

KineMaster daqiiqaa muraasa keessatti viidiyoo qulqullina ogummaa qabu akka uumtu si gargaara! Youtubers hundi maaliif KineMaster beeksisa miidiyaa hawaasaaf akka jaallatan fi abbootiin qabeenyaa daldalaa, gaazexeessitoonni, barsiisonni, fi gabaa-geessitootni maaliif

Read more
App Haaraa 

Haala bilbila namaa screen isaa itti to’atan

May 25, 2022May 25, 2022 Elsay 0 Comments

AnyScreen : Mobile Screen Sharing & Assistance app jechuun appii iskiriinii mobaayilaa battalumatti qoodudha. Screen android keessan hiriyoota fayyadamtoota android biroof share gochuu dandeessu. Appii Screen Talk kanaan android fayyadamaa

Read more
Teknolojii 

App Paypal kan update ta’e kunooti bufadhaa

May 23, 2022May 23, 2022 Elsay 0 Comments

PayPal fayyadamtani karaalee heddu Online irraa qarshii fayyadamuun bitachuu, gurguruu, erguu, fudhachuu fi save gochu. Karaa salphaa fi nageenya qabuun kan ittin dandeessanidha. Namoota PayPal irratti herrega qabaniif maallaqa erguu,

Read more
Hojii Online 

Seenaa Ajajaa Dhibbaa Maammoo Mazammir kutaa xumuraa

April 21, 2022May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Seenaa Ajajaa Dhibbaa Maammoo Mazammir kutaa 3ffaa Fi Isaa xumuraa Dhiyaadhaa! Miseensota Waldaa Maccaafi Tuulamaa irratti duula kan bane mootummaan Hayilesillaasee himata sobaatiin Maammoo Mazammir himate. Koloneel Maammoo Mazammir guraandhala

Read more
suur sagalee 

Dibaa Biiftuu Haqaa Irraa Dhiyaadhaa

April 20, 2022May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Dibaa Hin aaru; hin laboobuHin qabbanaahu; hin labuHin seequ; hin xaxxaaxahuLabee hin fagaatu; hin taahuHin ifu; hin dukkanaahuHin boba’u; hin qabbanaahu Gubaatu gubaan wal kiphaGubaatu gubuuf wal suphaJiraatu akka du’aa

Read more
Sports 

Joobira uumaman hedduu nama ajaa’ibsiisu keessaa isa tokko.

April 18, 2022May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Joobiraa Uumamaa Joobira Joobirri uumama hedduu nama ajaa’ibsiisu keessaa isa tokko.Uumama Joobiraa keessaa amaloota jajjaboo barnoota namaaf kennan muraasa waliin haa laallu:1 Dandeettii arguuUumama dachee kanarraa keessaa kallattiidhaan aduu ilaaluufi

Read more
App Haaraa 

Seenaa Ajajaa Dhibbaa Maammoo Mazammir Kutaa 2ffaa

April 17, 2022June 11, 2022 Elsay 0 Comments

Seenaa Ajajaa Dhibbaa Maammoo MazammirKutaa 2ffaaDandeettiifi gahumsi inni qabu daran akka ajaa’ibsiifatamu isa godhus, qondaaltonni waraanaafi bulchitoonni sirna fiwudaala afaan qawwee, keettoo jala kaa’anii waan guyyaa guyyaatti Maammoon raawwatu hordofsiisanii

Read more
suur sagalee 

Seenaa ajajaa dhibbaa Maammoo Mazammir. Kutaa 1ffaa

April 16, 2022May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Seenaa ajajaa dhibbaa Maammoo Mazammir.Kutaa 1ffaaAjajaa dhibbaa Maammoo Mazammir abbaa isaa Obboo Habtee Doorii Goobaniifi haadhasaa Aaddee Uumee Gurmeessaa Nagawoo irraa bara 1929 A.L.H konyaa Jibaatiifi Maccaa, Aanaa Tokkee Kuttaayee,

Read more
App Haaraa 

Walloo Aanaa dawwee harawaa ganda giraanyi Keessatti Dhukaasnii Dhagamaa jira jedhama

April 7, 2022May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Walloo Aanaa dawwee harawaa ganda giraanyi jedhamutti ganama kana humnoonni Amaaraa maqaa raayyaa ittisa biyyaan dawwee keessa soocha’an kumitee gandaa lama ajjeesan.Akka jiraataan naannawaa ganda giraanyi tokko STMORO’tti himetti ganama

Read more
Sports 

Lollii Kaaba biyyatti ammas itti fufee jira

February 14, 2022May 23, 2022 Elsay 0 Comments

Lollii Kaaba biyyatti ammas itti fufee jiraLollii Kaaba biyyatti wagga tokkoo ol fudhatee yeroo gara yerootti haalaa fi amala jijjiiracha darabeen injifannoo argachuu mootummaan tigiraayii fi abiy ibsaa turaan lolii

Read more
  • ← Previous
  • Next →
  • Top Sustainability Training Programs for Future-Proof Careers
  • How AI-Driven Adaptive Tutors Are Revolutionizing Personalized Education
  • How Digital Badges Are Replacing Traditional Certifications
  • Mastering AI Literacy: Essential Prompt Engineering Frameworks for Students and Educators
  • Kimi AI Review 2026: Features Pricing and Everything You Need to Know

Category

  • App Haaraa
  • Hojii Online
  • Teknolojii
  • suur sagalee
    • Sports

Our Page

  • About us
  • Contact
  • Privacy Policy
  • Terms and Conditions
Copyright © 2026 STMORO.COM. All rights reserved.
Design by Elsay Tech