Nokia launcher on smartphone
Mobaayila tachii smartphone keessan system Nokia dhan ykn launcher nokia kan duriin fayyadamu yoo feetan appiin kun kan keessan salphaatti yaadannoo amma dura kan waggoota 10 duriitti debi’u ni dandeessu!
Read moreInformation center
Mobaayila tachii smartphone keessan system Nokia dhan ykn launcher nokia kan duriin fayyadamu yoo feetan appiin kun kan keessan salphaatti yaadannoo amma dura kan waggoota 10 duriitti debi’u ni dandeessu!
Read moremobaayila keessan Root gochuuf karaa salphaa namoota barbaadaniif kun furmaata ajaa’iba dha Sababni isaas osoo bilbila keessa hin miidhin sekondii muraasa keessati Root gochuun itti fayyadamuu ni dandeessu. Faayidaan Root
Read moreBaga gammadan Gb 10 tolaan bilbila keessan irratti iddoo free ta’e storage kan iisiniif kennu danda’u appiin haaraa iisiniif dhufee jira. Kanaa booda faayiloota keessan kan bilbila keessanirraa iddoo qabachuun
Read moreAppii ajaa’iba ijjoollee fuudhee jaarsa godhu jaarsa immoo ijoollee godhu shamarran dhira fakkeessee warra areeda hin qabne areea bareeda ta’e itti gochuu danda’u app face app haaraa kan pro ta’e
Read moreWifi isinitti tole iddoo deemtan hundaatti passwoed isaa argachuu yoo barbaadan appiin kun isin gargaraa dabalataniis wifi dhokatoo ta’an kan nannoo keenya fi magaala keessatti argaman hundaa maqii fayyadamtani eessa
Read morePhoto Lab PRO fayyadamuun fayyadamtoonni Andirooyidii salphaatti suuraa isaanii furmaata, bu’aa, filter fi montage hawwataa ta’aniin fooyyessuu fi miidhagsuu irratti hojjechuu danda’u, tokkoon tokkoon isaanii suuraa keessan irratti fooyya’iinsa mul’ataa
Read moreBaga gammada namoonni wifi fayyadamtan hundi amma boode humni WIFI keessan isiin jalaa gadi bu’ee isin hin rakkisu Sababiin isaas bakkeewwan toorri wifi jabaa ta’e fi kan waliirraa hin cinne
Read moreCircle Sidebar – apps keessan hunda saffisaan argachuu dandeessu Circle Sidebar – Appilikeeshinii muuxannoo android keessan fooyyessuuf gargaaru, bakka kamirraayyuu fi yeroo kamirraayyuu hojii baay’ee salphaa ta’e ni kenna! Saffisaa
Read moreIP address jechuun lakkoofsa kompiitara ykn maashinii interneetii irratti adda baasuuf gargaarudha. IP address akka mailing address kan interneetii irratti wal qunnamuuf si dandeessisu yaaduu dandeessa. Tarree lakkoofsotaa odeeffannoowwan barbaachisoo
Read moreNamoonni baay’een yeroo bilbila fayyadaman waa’ee vaayirasii, spyware, fi malware yaadda’uun akka isaan hin barbaachifne amanu. Osoo sun dhugaa ta’ee! Kan nama dhibu vaayirasiin bilbila ismaartii toonii hedduutu achi keessa
Read moresharafni maalaqa meeqan akka oole kan biyyoota hunda haala salphaa ta’een oddeeffannoo guutuu isa bilbila keessanitti fayyadamuun argachuu kan isin dandeessisu App barbaachisa kana gargaramaa. sharafni meeqa akka ta’e ilaalu
Read more