Nokia launcher on smartphone
Mobaayila tachii smartphone keessan system Nokia dhan ykn launcher nokia kan duriin fayyadamu yoo feetan appiin kun kan keessan salphaatti yaadannoo amma dura kan waggoota 10 duriitti debi’u ni dandeessu!
Read moreInformation center
Mobaayila tachii smartphone keessan system Nokia dhan ykn launcher nokia kan duriin fayyadamu yoo feetan appiin kun kan keessan salphaatti yaadannoo amma dura kan waggoota 10 duriitti debi’u ni dandeessu!
Read moremobaayila keessan Root gochuuf karaa salphaa namoota barbaadaniif kun furmaata ajaa’iba dha Sababni isaas osoo bilbila keessa hin miidhin sekondii muraasa keessati Root gochuun itti fayyadamuu ni dandeessu. Faayidaan Root
Read moreWifi isinitti tole iddoo deemtan hundaatti passwoed isaa argachuu yoo barbaadan appiin kun isin gargaraa dabalataniis wifi dhokatoo ta’an kan nannoo keenya fi magaala keessatti argaman hundaa maqii fayyadamtani eessa
Read moreCircle Sidebar – apps keessan hunda saffisaan argachuu dandeessu Circle Sidebar – Appilikeeshinii muuxannoo android keessan fooyyessuuf gargaaru, bakka kamirraayyuu fi yeroo kamirraayyuu hojii baay’ee salphaa ta’e ni kenna! Saffisaa
Read moreIP address jechuun lakkoofsa kompiitara ykn maashinii interneetii irratti adda baasuuf gargaarudha. IP address akka mailing address kan interneetii irratti wal qunnamuuf si dandeessisu yaaduu dandeessa. Tarree lakkoofsotaa odeeffannoowwan barbaachisoo
Read moreNamoonni baay’een yeroo bilbila fayyadaman waa’ee vaayirasii, spyware, fi malware yaadda’uun akka isaan hin barbaachifne amanu. Osoo sun dhugaa ta’ee! Kan nama dhibu vaayirasiin bilbila ismaartii toonii hedduutu achi keessa
Read moreBagaan dhuftan, bilbiloota ismaartii yeroo ammaa addunyaa guutuutti gurguraman keessaa warra gaarii ta’an Keessattuu tarree kana keessatti, bilbiloota harkaa $300 usd gadi ta’an kanneen gaarii ta’an waliin ilaalla; dubbisaa itti
Read moreAkka saffisni data ykn WiFi keessan isiniif dabalu akkasumas Intarneetii irraa gonkumaa akka virus isinitti hin ergamne ni barbaaddu? Akkas tanaan dirqama App firewall qabu kanatti fayyadamu qabdu Appin kun
Read moreDhaloonni itti aanu kan wireless standard akka jiru dhageessanii jirtu ta’a. Istaandardiin kun 5G jedhamuun kan beekamu yoo ta’u, bakka fedhetti yoo argamnu saffisa waan guyyaa guyyaan hojjennu baayyee fooyyessa
Read moreBaatiriin lithium-ion bilbila Android keessan keessa jiru umurii daangeffame qaba. Marsaan chaarjii-discharge hunduu dandeettii isaa xiqqoo gadi buusa (sababni isaas chaarjiin litiyeemii naannoo baatirii ziip godhu walnyaatinsa keemikaalaatiin waan baduuf).
Read moreAfaanota isin barbachisu kamiyyuu salphaatti barreesuuf akkasumas nama afaan ykn qooqa isa hin beekne waliin haasa’uuf yoo barbaadan Appin Fyngeez keyboard kun dirqama isin barbachisaa daqiiqaa muraasa keessatti rakkoo tokko
Read more