App Haaraa
Best English study App
Learn Spanish, French, German, Italian, English and more languages for free. Learn a new language with the world’s most-downloaded education app! Duolingo is the fun, free app for learning 35+
Read moreBarreeffama waraqaa irra jira salphaatti gara mobaayila tti kan deebisu
Barreeffama harkaan barreefame waraqaa jiri tokko gara dijitaalaa tti sekondii 5 gidduutti jijiruuf kan isiin gargaru app bareeda kanatti fayyafama haalli itti fayyadama isaas salphaa kan ta’edha wan barrulee irra
Read moreFuula keenya gara feenetti kan jijjiiruu App face app Pro
Appii ajaa’iba ijjoollee fuudhee jaarsa godhu jaarsa immoo ijoollee godhu shamarran dhira fakkeessee warra areeda hin qabne areea bareeda ta’e itti gochuu danda’u app face app haaraa kan pro ta’e
Read morePhoto lab Suuraa keessan gara kaartoonii ti isiniif jijjiiruuf
Photo Lab PRO fayyadamuun fayyadamtoonni Andirooyidii salphaatti suuraa isaanii furmaata, bu’aa, filter fi montage hawwataa ta’aniin fooyyessuu fi miidhagsuu irratti hojjechuu danda’u, tokkoon tokkoon isaanii suuraa keessan irratti fooyya’iinsa mul’ataa
Read moreAkkaataa wifi humna guddaa qabu itti argatan
Baga gammada namoonni wifi fayyadamtan hundi amma boode humni WIFI keessan isiin jalaa gadi bu’ee isin hin rakkisu Sababiin isaas bakkeewwan toorri wifi jabaa ta’e fi kan waliirraa hin cinne
Read moreApp sharafa maalaqaa biyyoota hundaa ittiin ilaalu dandeenyu
sharafni maalaqa meeqan akka oole kan biyyoota hunda haala salphaa ta’een oddeeffannoo guutuu isa bilbila keessanitti fayyadamuun argachuu kan isin dandeessisu App barbaachisa kana gargaramaa. sharafni meeqa akka ta’e ilaalu
Read moreVideo editari bareeda ajaa’iba ta’e pro isa kana buufadhaa
FilmoraGo Pro APP jechuun maal jechuudha? FilmoraGo Pro APP fayyadamtoota Android hundaaf application viidiyoo gulaaluu sadarkaa olaanaa fi ogummaa qabudha. Asitti fayyadamtoonni viidiyoo akka trim, resize, apply effects, audio, images,
Read moreWhatsApp waan haaraa gaddhiisuuf jedha setting barbaachisa
Appiin ergaa dabarsuu addunyaa irratti beekamaa ta’e WhatsApp daran nageenya argachuuf jira. Meta appii ergaa isaanii lakkoofsa tokkoo hanga danda’ametti nageenya akka qabaatu ifa godheera. Torban muraasa dura WhatsApp meeshaa
Read moreGrammarly’n faayidaan isa maali?
Caaslugaan namoonni meeshaalee fi waltajjiiwwan hunda irratti ofitti amanamummaadhaan akka walqunnaman gargaara. Yaadonni keenya AI-powered bakka ati barreessitan hundatti mul’atu, guyyaa guyyaan namoota miliyoona 30 fi gareewwan 30,000 leenjisuun sirrii
Read moreSilkii nama salphaatti to’achuuf appii ajaa’iba | share notification
Yeroo amma kana namoonni karaaleegaragaraatti fayyadamuun bilbila nama to’achuu danda’aa jiru. Kanaaf guyyaa har’a kana App tokkoon messeeji namaa salphaatti hordofuu karaa itti dandeessan isin wal barsiisna Appin kunis wanti
Read more