Akkaataa wifi humna guddaa qabu itti argatan
Baga gammada namoonni wifi fayyadamtan hundi amma boode humni WIFI keessan isiin jalaa gadi bu’ee isin hin rakkisu Sababiin isaas bakkeewwan toorri wifi jabaa ta’e fi kan waliirraa hin cinne eessa akka argachuu dandeessan salphumatti isiniif agarsiisu kan danda’u app haaraan isiniif dhufee jira Wifi Signal Meter jedhama free dha playstore irratti kan argamudha link isa dhuma barruulee kana irratti isiiniif maxxansine jirra bakka download jedhu tuquun buufadha.
Appichi yeroo hunda humna mallattoo WiFi fooyyessaa waan jiruuf mana keessan, hojii keessan, ykn bakka kamiyyuu naanna’uun Cimina mallattoo WiFi isa gaarii ta’e argachuu dandeessu. Kanaafuu app kana fayyadamuun WiFi Signal Strength keessan hordofuu dandeessu. WiFi Signal ciminni %50 gadi ta’e dhimma addaan cituu fiduu danda’a. Cimina mallattoo WiFi %60 ol qabaachuun isaa wayya.
WiFi Signal Strength Meter can detect WiFi signal strength and find best areas.
WiFi Signal Strength Meter – Network Monitor & WiFi Monitor can view your current WiFi signal strength and detect WiFi Signal Strength around you in real time.
The can help you Find the sweet spots in your WiFi network. The WiFi Signal Meter app is a simple tool that allows you to view your current WiFi signal strength.
Network Monitor & WiFi Monitor is useful in finding good areas of WiFi connectivity in your WiFi network. WiFi Signal Strength Meter can quickly check your WiFi strength to find the best location.
The app is constantly updating the WiFi signal strength so you can walk around your house, work, or anywhere to find the best WiFi signal Strength. So you can use the app to monitor your WiFi Signal Strength.
Note:
WiFi Signal strength below 50% can cause disconnection issues. Its better to have WiFi signal strength above 60%.