Seennaa Artst Hacalu Hudessa Kuta 2ffaa

Kuta 2FFAA

Kana males Artist hacaaluu hundeessa Mana hidha keessatti namoota afaan oromoo barreesuufi dubbisu hin dandeenne Barsiisaa akka ture seenaan raga baha

Artist hacaaluu hundeessaan Turti Karchalle Ambo Wagga (5) Ture keessatti Qabso isa Kara Muuziqaas Achuma taahe Eegaluu isa Ragaaleen ni Ibsu. yo xiqqaate Albama isa jalqaba Walaloofi Yeedaloo isaas Mana hidhaa keessatti barreesse akka Xummure Hiriyoonni wajjin hidhaman raga bahu.

Artist Hacaaluu hundeessa Turti isa Karchalle Ambo Wagga (5) Booda Mana hidhaati erga bahees Tofta Qabso isa Jijjiiruun Sirbootaafi Geerarsaan Qabso ummata Oromootti Hamilee horu, kakaasuuf tureti Hamilee Gochun Ummanni Oromoo tokkummaan kahe akka falmatu dhaabbileen siyaasaa Oromoo Diigamaafi miira Abdi kutanna keesaa bahani Qabso Ummataatti akka jabaatan Onnachiisu Itti fufe.

Kanaanis Jechoota Erga jaba qaban baayye fayyadamuun Oromoo baha hanga dhiha Kaaba Hanga kibbaa, jiddu galeessaafi hanga biyya Alaatti Oromoo dammaqse Qabsoof kakaasu keessatti gahe leenca taphate ture

JIRTU

JIRRA

Jechota humna qabeeyyi mata dure sirboota isa keesa muraasa

MAALAN JIRA

TOKKUMMA TOKKUMMA

ARAT KIILOF SITU AANE

NAN SOBE OROMOO

WAA,EEN KEENYA YOO ITTI DHIISANIS NAMA HIN DHIISU

GAAFA GAAREN ADOWA GAAFA MAQALE SANI

NUTII MITI FARDA KEENYAYYU NI BEEKU BAREECHANI

Jechuudhan Jechota qaqqali akkana saba isaaf gumaacha Ture ā€¦.Kuta sadaffan itti fufa

HALLAYYA MOGORI DAANGAN NYAMAR GAHU OBSUS NAAF HIN TAANE DHEESSUS NAAF HIN TAANE ROORRON.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *