Qaalayiinsii jireenyaa Hammachuun Hojjeetootti Mootummaa Dubachaa Jiruu
Qaalayiinsii jireenyaa hammachuun hojjeetootti mootummaa fi namoonnii galii gad aanaa qabaan heduu rakkacha jiraachuu namnii bilbilaan dubbifnee STM himanii jiraan
Biyyaa lolaan burkutoofte kallattii hundaan horfamaa jirtuu yeroodha gara yerootti ija jabummaan aangoo turuuf jecha lola hin barbaachifnee mariin karaa nagaa xumuruun osoo danda’aamu KOL abiy ahmed lola filatee qabeenyaa biyyatti qisaasuun duulaa waraanaaf oolchuun uummata bal’aa biyyattiif jireenyii dugdaa itti galee yaadoof gadadoof saaxilee biyyoota harabaa aangoo hiddaan lakkawaanii walii qoodaan gateettiin uummata baachuu dadhabee gara fincilaatti jijjiiramee yaman ,sooriyaa fi libiyaan ada dureetti eeramuu qabenyaan biyyattiis burkuta’ee uummatti hiyyeessaaf arjoomee jiraachiisu har’a nyaatee buluuf harka nama eegaatu itiyiyoophiyaa abboottiin hirree darabeen bulchaan aangoo miidhakfachuun ala uummataaf hin yaannee lola keessoon Kaaba biyyatti naannoo tigiraay ,amhaara fi affaarii guyyaa 15 jiduutti namoonnii kuma 300 ol qee’ee isaanii irraa buqa’aanii jiru kun ammo biyyaa du’uuf guyyaa awwaalcha eegaatuu fuggisoo itti ta’ee jira
Hojjetoonnii mootummaa magaalaa jimmaa ,naqamtee ,awwadaayii, mattuu ,roobee fi moyaalee irraa dubbifnee akka jedhanitti miindaan baatiitti argannuu hanqachuun maatii jiraachisuun dadhabuu himanii
Kan jireenyii nutti qaalayee irratti kaadireen biltsiginnaa deegarsa RIB jecha hojjetaa mootummaa irraa miindaa muraa jiru qotee bulaaf daldalaa manaa manatti deemuun mallaqa guuraa jiru abbaa tsayyee sukkaaraa hataa ture nutti caalee innii kun immoo jedhu