breaking news Tajaajjilli Interneetii godina wallaga arfaan irraa adda citee

breaking news Tajaajjilli Interneetii godina wallaga arfaan irraa adda citee
Tajaajjilli Interneetaa Lixa Oromiyaa godinaalee Wallaggaa arfan irraa addaan cituun beekame.
Hagayyaa 8 bara 2021 irraa eegale warannii bilisummaa oromoo duulaa waraana opration bal’aa maqaa jaal laggasaa wagii eegalee as Tajaajjilli inrlterneetaa erga addaan citee torban tokkoof deemaa akka jirus beeramee . wallaga Baha Wallaggaa, Lixxa Wallagga, Qellem Wallaggaa, Horroo Guduruu Wallaggaa irraa guutuuutti addaan citee jiraachuun maddeen gabaasan
Akkasumaas dabree dabree lixa shawaatti tajajjiillii interneeta adda ciccitaa akka jiru dubbatuu
Akka maddeen keenya jedhaniitti waraannii bilisummaa oromoo bakkoota heduu magalaa fi baaddiyyaa dhuunfacha waan jiruu intrerneeta balleessaannii jedhu lixaa oromiyaa keessaatti wagga kana keessaa tajaajjiillii bilbilaa I interneeta marroo afurii adda cite deebi’uus himuu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *